Abboota Aaksiyoonaa Baankii Awaash hundaaf

Baankiin Awaash Sadaasa 17, bara 2015 walgahii ariifachiisaa Abbootii Aaksiyoonaa 17ffaa gaggeesseen kaappitaala Baankichaa Birrii Biliyooni 12 irraa gara Biliyoonii 55tti akka ol guddatu murteessuun isaa ni yaadatama. Akkaatuma kanaan, Aaksiyoonotni Birrii Biliyoonii 38 baasan baay’ina Aaksiyoonaa kanaan dura qaban bu’uureffachuun Abboota Aaksiyoonaa hundaaf hiramanii jiru. Haaluma kanaan, Aaksiyoona isiniif hirame bituufi dhiisuu keessan, akkasumas akkaataa kaffaltii itti raawwattaniin wal qabatee guca qophaaye hanga Ebla 10, bara 2015tti kutaa tajaajila Abbootii Aaksiyoonaatti dhiyaachuun guuttanii akka mallatteessitan kabajaan isin beeksifna.
Boordii Daayireektarootaa Baankii Awaash

Jan 20, 2025 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling
USD
124.7041 127.1982
GBP
153.3074 156.3736
EUR
135.2163 137.9206
AED
30.7258 31.3403
SAR
30.0824 30.6841
CHF
135.5787 138.2902