እንኳን ደስ አላችሁ! እንኳን ደስ አለን! Baga Gammaddan! Baga Gammanne!

አዋሽ ባንክ ከዓለም ምርጥ ባንኮች ውስጥ አንዱ ሆኖ ተመረጠ፡፡ ግሎባል ፋይናንስ ለ29ኛ ጊዜ ዓመታዊ የዓለም እና የየአገሮች ምርጥ ባንኮችን ምርጫ ይፋ አድርጓል፡፡ በዚሁ መሠረት ከአፍሪካ አህጉር 36 ባንኮች የተመረጡ ሲሆን የአፍሪካ አንደኛ ምርጥ ባንክ ብሎ የተሰየመው የደቡብ አፍሪካው ስታንዳርድ ባንክ ሲሆን ከኢትዮጵያ ደግሞ አዋሽ ባንክ በብቸኝነት ተመርጧል፡፡ የምርጫው ዋና ዋና መስፈርቶች ባንኮቹ ያስመዘገቡት ውጤት በተለይም ትርፋማነት’፣የሀብት ዕድገትና ተደራሽነት’፣ለደንበኞቻቸው ያሳዩት ቅን አገልግሎት እና ለወደፊት ስኬት የጣሉት አስተማማኝ መሠረት መሆኑን ተቋሙ ይፋ አድርጓል፡፡
በምርጫው አሸናፊ ለሆኑ ባንኮች ዕውቅና ሽልማት የሚሰጠው እ.ኤ.አ. በኦክቶበር 2022 የዓለም የገንዘብ ድርጅት (IMF) እና የዓለም ባንክ (WB) በአሜሪካ በዋሽንግተን ዲሲ በሚያደርጉት የጋራ ጉባዔ ላይ እንደሆነም ታውቋል፡፡
Baankiin Awaash Baankilee Filatamoo adduunyaa keessaa tokko ‎ta’uun filatamee jira. Dhaabbatni Giloobaal Faayinaans jedhamu yeroo ‎29ffaaf Baankilee filatamoo adduunyaa kanaa ifa godhee jira. ‎Kanaan walqabatee Ardii Afriikaa irraa Baankiiwwan 36 kan filataman yoo ta’u, tokkoffaa ta’uun kan ‎filatame Afriikaa kibbaa irraa Baankii Istaandaard yeroo ta’u, ‎Itiyoophiyaa irraa ammo Baankiin Awaash filatamee jira. ‎Ulaagaaleen filannoo kanaa raawwii hojii baankotaa keessaayyuu bu’aa galmeessisan, guddina qabeenya waliigalaa, qaqqabamummaa ykn hawaasatti dhiyeenyaan tajaajiluu, akkasumas tajaajila gaarii maamiloota isaanif kennuu fi guddina ‎fuuldura isaanitiif bu’uura cimaa kaa’uudha.
Badhaasni fi beekkamtiin Ijifattoota filannoo kana kan kennamu ‎A.L.A Onkoloolessa bara 2022Yaa’ii waliinii Dhaabbanni Maallaqa Adduunya (IMF) fi Baankiin ‎Adduunya (WB) biyya Ameerikaa ,Magaalaa Waashingitan Diisiitti ‎ gaggeessan irratti kan kennamu ta’uun beekameera.

Share
Facebook
Twitter
LinkedIn
Telegram

Apr 29, 2024 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling
USD
56.9091 58.0473
GBP
67.9950 69.3549
EUR
61.0009 62.2209
AED
14.0216 14.3020
SAR
13.7315 14.0061
CHF
59.5792 60.7708

Exchange Rate
Close