አዋሽ ባንክ አዲሱን የብር ኖት በኤትኤም (ATM) አገልግሎት ማቅረብ ጀመረ !

አዋሽ ባንክ ነባሮቹን የብር ኖቶች በአዲሶቹ የመቀየር አገልግሎት በቅርንጫፎች ከመስጠቱ ጎን ለጎን በኤትኤም (ATM) አገልግሎቱን ማቅረብ ጀመሯል፡፡ በመሆኑም  ደንበኞቻችን አዳዲሶቹን የብር ኖቶች በኤትኤም (ATM) ማሽኖቻችን አማካኝነት በቅርበት ማግኘት የምትችሉ መሆኑን ለማሳወቅ እንወዳለን፡፡

Baankiin Awaash Nootiiwwan Birrii Haarawoo ATM dhaan Kaffaluu eegale

Baankiin Awaash jijjiirraa Nootiiwwan Birrii Haarawoo Dameewwan isaa hundaatti kennuun cinaatti Maamiltoonni isaa Nootiiwwan Birrii Haarawoo Karaa Maashinii ATM akka argataniif ATM dhaan Kaffaluu eegaleera. Kanaafuu Maamiltoonni keenya karaa ATM dhiyeenya keessanitti argamaniin Nootiiwwan Birrii Haarawoo argachuu kan dandeessan ta’uu isin beeksifna.

Share
Facebook
Twitter
LinkedIn
Telegram

Mar 12, 2026 - EXCHANGE Rate
CurrencyCash and Remittances through AgentsTransaction
BuyingSellingBuyingSelling