ለክቡራን የአዋሽ ባንክ ባለአክሲዮኖች፣ ደንበኞች እና የአዋሽ ባንክ ማህበረሰብ በሙሉ! እንኳን ደስ አላችሁ እንኳን ደስ አለን! Kabajamtoota Abbootii Aksiyoonaa, Maamiltootaafi Hawaasa Baankii Awaash Hundaaf Baga Gammaddan, Baga Gammanne!

የባንካችን የተከፈለ ካፒታል ብር 10 ቢሊዮን /አስር ቢሊዮን/ ደረሰ፡፡
የኢትዮጵያ ብሔራዊ ባንክ ነባር የግል ባንኮች በሚቀጥሉት አምስት ዓመታት ጊዜ ውስጥ ሊደርሱበት ይገባል ብሎ ያስቀመጠውን የ5 ቢሊዮን ብር የተከፈለ ካፒታል መጠን አዋሽ ባንክ በእጥፍ በመብለጥ የመጀመሪያው የግል ባንክ ሆኗል፡፡ ለዚህም የባንኩን ባለአክሲዮኖች፣ ደንበኞች እና መላውን ሕብረተሰብ በሙሉ ባንኩ ከልብ ያመሰግናል፡፡ አሁንም አስተማማኝ እና መሪ የግል ባንክ ከሆነው ባንካችን ጋር አብሮ በመሥራት ሌላ የስኬት ምዕራፍ እናስመዝግብ ይልዎታል፡፡
Kaappitaalli Baankii Keenyaa kan kanfallame Birrii Biiliyoona 10 gahe!
Baankiin Biyyaalessa Itoophiyaa Baankiiwwaan Buleeyyiin waggoota shanan dhufan kana keessatti Kaappitaala isaanii kan kanfalame gara Birrii Biiliyoona shaniitti akka ol guddisan qajeelfama baasuun isaa ni yaadatama. Baankiin keenya garuu hamma kaappitaalaa qajeelfamaan kaawwame dachaadhaan caaluun gamanumaa Birrii Biiliyoona 10 irraan gaheera.Kanaafis Abbootii Aksiyoonaa, Maamiltootaafi Hawaasa keenya maraa guddaa galateeffanna. Ammas Baankii Dhuunfaa isa hangafaafii dursaa ta’e waliin hojjechuun Boqonnaa Milkaa’inaa haarawaa waliin haa galmeessinu isiniin jenna.

 

Share
Facebook
Twitter
LinkedIn
Telegram

May 31, 2023 EXCHANGE Rate
Currency Buying Selling
USD
54.3041 55.3902
GBP
64.4469 65.7358
EUR
58.2683 59.4337
AED
13.3787 13.6463
SAR
13.1039 13.3660
CHF
57.4567 58.6058

Exchange Rate
Close