ባንኩ በቡራዩ፣ አምቦ፣ በባህር ዳር፣ አዳማ፣ ደብረማርቆስ ፣ ጎንደር፣ ነቀምቴ፣ ደሴ፣ጅማ ፣ ድሬዳዋ ፣ ጅግጅጋ እንዲሁም ሚዛን ከተማ ለወጣት ስራ ፈጣሪ ተወዳዳሪዎች የቢዝነስ ሙያ ስልጠና በመስጠት ላይ ሲሆን ስልጠናውን በስኬት ላጠናቀቁ ሰልጣኞች የተሳትፎ የምስክር ወረቀት አበርክቷል፡፡
Dorgommii Kalaqa Hojii Baankiin Awaash Qopheesse waliin walqabatee Leenjiin Ogummaa Hojii daldalaa gabbisu kennamaa jira. Baankichi Magaalota akka Buraayyuu, Amboo, Naqamtee, Baahirdaar, Dabra Maarqoos, Goondar, Jimma, Dasee, Dirree Dawaa, Jigjigaa akkasumas Miizaanitti dargaggoota carraa hojii uuman waldorgomsiisuun leenjii ogummaa daldalaa kennaa kan jiru yoo ta’u, leenjichis milkaa’inaan kanneen xumuraniifis waraqaan ragaa kennameeraaf.


