ታታሪዎቹ
sky light ethiopa, addis abebaአዋሽ ባንክ ታታሪዎቹ በሚል ወጣት ስራ ፈጣሪዎችን ለማበረታታት የጀመረዉን የስራ ፈጠራ ዉድድር የመጀመሪያዉን ዙር ስልጠና መስጠት የጀመረ ሲሆን የመመልመያ መስፈርቶችንና የተመረጡትን ዝርዝር እንደሚከተለው ማግኘት ይችላሉ። Baankiin Awaash lammiilee kalaqa hojii qaban wal dorgomsiisee leenjii marsaa jalqabaa kennuu eegaleera. Waan ta’eef, ulaagaalee filannoofi maqaa namoota filatamanii akka armaan gadiitti waan tarreeffameef argachuu dandeessu.