Miseensonni hooggantoota Baankii Awaash gamaggama raawwii hojii bara 2024/25 fi kallattii karoora hojii gara fuulduraa irratti mariyachuu irratti argamu. Sagantaan guyyichaas kan eegalame Pirezidaantii duraanii fi hogganaa guddina Baankii Awaashiif gahee olaanaa kan gumaachan Obbo Layikun Biraanuuf kadhannaa qalbii gochuudhaani.
Baankii Awaash!



















