የአዋሽ ባንክ አ.ማ. የባለአክሲዮኖች 28ኛ እና 29ኛ መደበኛ ጠቅላላ ጉባዔ
Qaxaleewwan: Warra muldhata qaban humneessuu. Iyyata Dorgommii Kalaqa Hojii – 2016 A.L.I
Abboota Aaksiyoonaa Baankii Awaash hundaaf
Baankiin Awaash Sadaasa 17, bara 2015 walgahii ariifachiisaa Abbootii Aaksiyoonaa 17ffaa gaggeesseen kaappitaala Baankichaa Birrii Biliyooni 12 irraa gara Biliyoonii 55tti akka ol guddatu murteessuun isaa ni yaadatama. Akkaatuma kanaan, Aaksiyoonotni Birrii Biliyoonii 38 baasan baay’ina Aaksiyoonaa kanaan dura qaban bu’uureffachuun Abboota Aaksiyoonaa hundaaf hiramanii jiru. Haaluma kanaan, Aaksiyoona isiniif hirame bituufi dhiisuu keessan, akkasumas […]