Gad T

Baankiin Awaash Gabaa Kaappitaalaa Itiyoophiyaa irraa aksiyoona Birrii miiliyoona 70 bitachuu beeksise.

Baankiin Awaash carraa gabaan kaappitaalaa Itiyoophiyaa dhaabbilee faayinaansiitiif qabu irratti hundaa’uun ibsa gaazexeessitootaaf Bitootessa 21, 2016 waajjira muummee baankichaatti kenneen bitachuu isaa beeksise.Hojii gaggeessaan olaanaa baankii keenyaa Ato Tsehaayii Shifeeraaw ibsa gaazexeessitootaaf kennaniin akka jedhanitti, invastimantiif kaappitaala walitti qabuun gabaa kaappitaalaa sirna diinagdee gabaan durfamu keessatti hundeeffamee guddifamuun guddina dinagdee biyya tokkoo irratti dhiibbaa guddaa […]

Herrega Qusannaa (Saving Account)   

Tajaajilawwan Baankii Awaash kennu keessaa Herrega Qusannaa Addaa (Special Depost Acount) Herregni qusannoo dhala baankii kan argamsiisu yoo ta’u, namoonni dhuunfaa, dhaabbileen, waldaaleefi kkf banachuun kan itti fayyadamaniidha.

ግሎባል ፋይናንስ የየአገሮች ምርጥ ባንኮችን ምርጫ ይፋ ባደረገው መሰረት አዋሽ ባንክ ከኢትዮጵያ በብቸኝነት መመረጡ የሚታወስ ሲሆን የዕውቅና ሽልማቱን በአሜሪካ በዋሽንግተን ዲሲ በተዘጋጀው ሥነ-ሥርዓት ላይ ተበርክቶለታል፡፡

ይህ የእውቅና ሽልማት የተገኘው ክቡራን ደንበኞቻችን በባንካችን ላይ ባላችሁ እምነት እና ከኛ ጋር ስለሰራችሁ ስለሆነ በዚሁ አጋጣሚ ለውድ ደንበኞቻችን የላቀ ምስጋናችንን እያቀረብን ለወደፊቱም በበለጠ ደረጃ ልናገለግላችሁ ዝግጁ መሆናችንን እንገልፃለን፡፡ እናመሰግናለን!አዋሽ ባንክ!

Page 1 of 2
1 2

[rates_widgest title="EXCHANGE Rate" selected_currencies="USD, GBP, EUR, AED, SAR, CNY,JPY,CHF" more_link="#"]