Gadisa Tolera

Happening Now!

Hoggantoonni Baankii Awaash gamaaggama raawwii hojii Walakkaa waggaa kan bara2025/26 A.L.A Hoteela Iskaay Laayititti gaggeessaa jiru

Baankiin Awaash damee isaa 1000ffaa Eebbisiise

Indaastirii baankii dhuunfaa keessatti adda duree ta’uun damee shaniin hojii isaa kan eegale Baankiin Awaash damee tajaajila isaa babal’isuun har’a Mudde 25 bara 2018 Godina Harargee Bahaa Aanaa Jaarsoo magaalaa Ejersa Goorootti damee isaa1000ffaa bakka hoji gaggeessaan olaanaa baankii keenyaa Obbo Tsahaay Shifarraaw dabalatee qondaaltonni mootummaa olaanoo adda addaa fi keessummoonni argamanitti ifatti eebbifameera. Baankiin […]

Happening Now!

Yaa’iin waliigalaa idilee 30ffaa Abbootii Aksiyoonaa Baankii Awaash magaalaa Finfinnee hoteela Iskaay Laayititti gaggeeffamaa jira.

Happening Now! 

Miseensonni hooggantoota Baankii Awaash gamaggama raawwii hojii kurmaana tokkoffaa bara bajataa 2025/26 Hootela Iskaay Laayititti gaggeessuu irratti argamu.

Hojjettoonni dhaabbilee obbolaa Baankii Awaash fi Inshuraansii Awaash Ashaara magariisaa kaa’an

Hojjettoonni dhaabbilee obbolaa Baankii Awaash fi Inshuraansii Awaash har’a Adoolessa 13 bara 2017 naannoo Inxooxxootti marsaa 7ffaaf biqiltuu kuma 20 dhaabuun Ashaaraa magariisaa isaanii kaa‘aniiru. Hojiiwwan dhaabbileen obbolaa kunneen sagantaa itti gaafatamummaa hawaasummaa isaanii bahachuu keessatti bal’inaan hirmaatan keessaa damee tokko hojii eegumsa naannoo deeggaruun yoo ta’u, dhaabbilee faayinaansii dhuunfaa misoomaa fi guddina diinagdee biyya […]

Gamaggama raawwii hojii bara 2024/25

Miseensonni hooggantoota Baankii Awaash gamaggama raawwii hojii bara 2024/25 fi kallattii karoora hojii gara fuulduraa irratti mariyachuu irratti argamu. Sagantaan guyyichaas kan eegalame Pirezidaantii duraanii fi hogganaa guddina Baankii Awaashiif gahee olaanaa kan gumaachan Obbo Layikun Biraanuuf kadhannaa qalbii gochuudhaani.Baankii Awaash!

Page 1 of 11
1 2 3 11

[rates_widgest title="EXCHANGE Rate" selected_currencies="USD, GBP, EUR, AED, SAR, CNY,JPY,CHF" more_link="#"]