Awash Publish

Baankiin Awaash intarpiraayizoota maayikiroo, xixiqqaa fi giddu galeessaaf leenjii ogummaa kennaa jira!

Baankiin Awaash waggoottan hedduudhaaf gama itti gaafatamummaa hawaasummaa isaa bahachuutiin hojiiwwan garaagaraa hojjachaa kan ture yoo ta’u, Ministeera Hojjataa fi Ogummaa jalatti kan argamu Instituutii Misooma Kalaqa Hojii waliin ta’uun wiirtuuwwan garaagaraa keessaa kan walitti dhufan Intarpiraayizoota Maayikiroo, Xixiqqaa fi Giddu Galeessaa 145’f magaalaa Baahir-Daar, Maqalee fi Samaraa irraa dhufaniif leenjii ogummaa daldalaa kan kenne […]

[rates_widgest title="EXCHANGE Rate" selected_currencies="USD, GBP, EUR, AED, SAR, CNY,JPY,CHF" more_link="#"]